WBO’n barbadeeffamuu buufata filannoo fi mooraa Poolisii Humna Addaa
13 April 2021
Tarkaanfii WBO: Mooraan Poolisii Humna Addaa [Oromiyaa] fi buufatni filannoo MKII Konyaa Salaalee, Ona Kuyyuu, Ganda Darroo Xaaxessaa jedhamu keessatti argaman, tarkaanfii WBO’n irratti fudhateen...