Sagantaa Dilbata Waxabajjii 6, 2021

Audio Player Thumb
Sagalee Walabummaa Oromiyaa • Voice of Independent Oromia VIO • SWO
playlist

Qarreen Oromoo, Seenaa jedhamtu, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti, halkan edaa (Waxabajjii 5, 2021) Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan manaa fuudhamtee, ajjeefamuun reeffi ishee bakkeetti gatamuu, sirni awwaalchaas akka hin raawwatamneef dhorkamuun, hanga galgala har'aattillee hin awwaalamin jiraachuu.