Sagantaa Kibxata Waxabajjii 1, 2021

Audio Player Thumb
Sagalee Walabummaa Oromiyaa • Voice of Independent Oromia VIO • SWO
playlist

Dargaggoonni Oromoo, Toomaas Fufaa fi Eermiyaas Garramuu jedhaman, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa, Ona Jaartee, Ganda Dargee Kootichaa jedhamu keessatti, Wiixata kaleessaa (Caamsaa 31, 2021) Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan mana jireenyaa warra isaaniitii fuudhamuun ajjeefamanii reeffi isaanii bakkeetti darbamuu.