Audio Player Thumb
Independent Oromia Sagantaa Caamsaa 30, 2021  Sagalee qofaan 

Hidhaa fi dararaan qaamota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, Onootaa fi Magaalota Konyaa Arsii Lixaa garaagaraa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamu daran jabaachuun Uummanni Oromoo haala ulfaataa keessa jiraachuu.

Maallaqni gargaarsa Oromoo Walloof yaadamee Oromoota biyya keessaa fi biyyoota alaa jiraataniin walitti qabamee gamasitti ergamu kaayyoo yaadameef hankaakfamuun faayidaa Aangawoota MKII Konyaa Walloo fi Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaaf oolfamaa jiraachuu.