Audio Player Thumb
Independent Oromia Caamsaa 18, 2021

Lolli Poolisoota Humna Addaa Mootummaa Naannoo Amaaraa Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan tumsamaniin Oromoo Walloo irratti geggeeffamu itt-fufuun, Kibxata har’aa (Caamsaa 18, 2021) bifa haarayaan banamee jiraachuu.

Saamicha albuudaa fi gidirfama Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Mana Sibuu keessatti, Uummata Oromoo irra ga’aa jiru.