Audio Player Thumb
Independent Oromia Caamsaa 16, 2021

Lammiileen Chaayinaa da’annoo misoomaatiin hojii basaasaa irratti bobba’an sadii, Konyaa Lixa Wallaggaa Ona Mana Sibuu keessatti, to’annoo WBO jala oolfamuu.

Barsiisota Oromoo sadii dabalatee, Oromoonni Walloo baay’inaan 20 ol ta’an, Konyaa Walloo, Magaalaa Kamisee keessatti hidhamuun, baatiilee saddeetii hanga waggaa tokkoo oliif gidirfamaa jiraachuu.