Audio Player Thumb
Independent Oromia Caamsaa 13, 2021

Ajjeechaa dargaggoo Oromoo, Amaanu’eel Wandimmuu Kabbadaa irratti, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Sayyoo, Magaalaa Dambii Doolloo keessatti, Kibxata dheengaddaa (Caamsaa 11, 2021) LMKII’n raawwatame ilaalchisuun odeessa dabalataa gamasitti bilbiluun odeeffanne.

Oromoonni Walloo lama Poolisoota Humna Addaa Naannoo Amaaraan ajjeefamuun, reeffi isaanii badheetti gatamee, bineensaan nyaatamuu.