Audio Player Thumb
Independent Oromia Caamsaa 11, 2021

Dargaggoon Oromoo, Amaanu’eel Wandimmuu Kabbadaa jedhamu, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Sayyoo, Magaalaa Dambii Doolloo keessatti, Kibxata har’aa (Caamsaa 11, 2021) LMKII’n ajjeefamuu.

Lolli WBO fi Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti, Giddu-gala Oromiyaa Kaaba Shaggar, Ona Salaalee keessatti adeemsifamu, tibbanas jabaatee itti-fufee jiraachuu.