Hordoftoonni Amantaa Muslimaa, Ayyaana Sooma Hiikkaa bara kanaa Dirree Ammasqalaa Finfinneetti kabajuuf eeyyama isaan gaafatan mootummaan dhorkatamuu.

Lolli WBO fi Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti, Giddu-gala Oromiyaa Ona Gindabarat keessatti adeemsifamu, tibbana jabaatee itti-fufee jiraachuu.