Duula Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti banamee jiru balaaleffachuun, hiriira mormii Biyya Ameerikaa Magaalaa Washington DC fi Biyya Australia Magaalaa Canberra keessatti Oromoonni geggeessan.