Haala yeroo Oromoo fi Oromiyaa, akkasumas, dhimma Walga’ii Gargaarsa WBO, Eebila 3, 2021 adeemsifamuuf qophaa’ee jiru irratti fuuleffachuun, marii Hayyuu Oromoo Dr. Iddoosaa Ejjetaa waliin taasifame.