Sochii Loltoonni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa guyyoota muraasa dura gara Giddu-gala Oromiyaa, Ona Cobiitti bobbaafaman taasisaa jiran;

Humni Addaa Naannoo Amaaraa, Onoota Konyaa Qeellem Wallaggaa keessatti argaman garaagaraa keessa seenuun Uummata Oromoo gidirsaa jiraachuu;

Milishoonni MKII danuun, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa, Ona Amuruu keessatti, WBO’tti harka kennachaa jiraachuu;.