Barattoonni Oromoo Manneen Barnootaa Qophaa’inaa Magaalaa Naqamtee keessatti argaman garaagaraatti baratan, tibbana warraaqsa adeemsisan.

Oromoo gosaa fi gandaan qoodanii wal-irratti duulchisuun bara aangoo ofii dheereffachuuf, shira Aangawoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti barootaaf adeemsifamaa jiruun wal-qabatee, Oromoo goseen Booranaa fi Gujii walitti buusuuf jecha shirri haaraan xaxamee hojiitti hiikamaa jiraachuu.