Giddaa Ayyaanaa: Duguuggaa sanyii fi mancaatii qabeenyaa, Hidhattoota Naannoo Amaaraan Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiruun wal-qabatee, Oromoonni danuun gara Onootaa fi Magaalota ollaa isaaniitti baqachaa jiraachuu;

Hawwaa Galaan: Hiriira deggersaa MKII (Paartii Badhaadhinaaf) akka ba’aniif dirqisiifamuun wal-qabatee, Uummanni Oromoo haala rakkisaa keessa jiraachuu;

Walloo: Uummanni Oromoo, Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa (Paartii Badhaadhinaa) deggeruun hiriira akka ba'uuf dirqisiifamaa jiraachuu;