Shirri maqaa Maanguddummaa fi Abbootii Amantaan Oromoo irratti xaxamu bifa haarayaan eegaluu: Dabballoonni PP haguuggii amantaa jala da’achuun, Dargagggoota Oromoo gowwoomsuun akka isaan leenjii waraanaa fudhatanii waraana PP’tti makamuun kutaalee Oromiyaa kanneen WBO’n keessa socho’tti bobba’an taasisaa jiraachuu;

Lolli duguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa Milishoota Naannoo Affaariin Oromoo Walloo irratti adeemsifamu tibbanas akka-malee jabaatee itti-fufee jiraachuu;