Konyaa Wallagga Lixaa, Ona Najjoo, Ganda Meexxii Maaram jedhamtu keessatti, Dargaggoonni Oromoo baa’inaan 8 ta’an Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan ajjeefamuu;

Gochaan hammeenyaa milishoota/hidhattoota naannoo Amaaraa irraa gara Oromiyaatti seenaniin, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti, Uummata Oromoo irratti raawwatamu daran hammaatee jiraachuu.

RSWO - Mudde 17, 2020