Ajjeechaa Magaalaa Awadaay keessatti, Qeerroowwan Oromoo sadii (3) irratti, Sadaasa 25, 2020 Poolisoota/Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame ilaalchisuun, marii Abbaa fi Haadha Qeerroowwan ajjeefama lamaa waliin taasifame.

RSWO - Mudde 6, 2020