Ajjeechaa suukanneessaa Oromoota shan - miseensota maatii tokkoo - irratti, Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Najjoo fi Ona Boojjii Birmajjii keessatti, Kamisaa fi Jimaata dheengaddaa LMKIIn raawwatame | Hidhattootni/Poolisootni Addaa Naannoo Amaaraa, Uummata Oromoo Walloo irratti waraana banuuf qophiirra jiraachuu.