Ajjeechaa suukanneessaa Magaalaa Naqamtee keessatti, Qeerroowwan Oromoo shan irratti Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, Jimaata Onkolooleessa 23, 2020 raawwatame.