Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Hawwaa Galaan, Ganda Machaaraa jedhamu keessatti, Oromootni afur LMKIIn halkan edaa haala suukanneessaan ajjeefamuu; lama ammoo akka malee madaa’anii jiraachuu • Labsa/odeessa ‘Yeroon Mootummaa Koloneel abiyyi Ahimad dhumee jira; Mootummaan Ce’umsaa Oromiyaa dhaabbachuu qaba...’ jedhamu ilaalchisuun, yaada Qeerroo Bilisummaa Oromoo.