WBO diinomsuu fi Uummata Oromoo Walloo irratti duula haaraa banuuf, dookumantariin kijibaa MKIIn hojjetamaa jiraachuu | Oromootni Ayyaana Irreechaa kabajuuf gara Finfinnee fi Bishooftuutti imalan danuun hidhamanii jiraachuu.