Giddu-gala Oromiyaa, Ona Gindabarat keessatti, Uummatni Oromoo, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaatiin hidhannoo hiikkachiifamaa jiraachuu;

Oromootni Ayyaana Irreechaa ayyaaneffachuuf kutaalee Oromiyaa adda addaa irraa gara Magaalaa Finfinneetti imalaa jiran, Magaalota Oromiyaa garaagaraa irratti LMKII’n eeyyama darbii dhorkamuun ugguramaa jiraachuu.