Ajjeechaa Suukanneessaa [morma muranii fandhisuu fi qaama gad-hafe gubuu] Oromticha Taarikuu Gabayyoo Ejersaa jedhamu irratti, Konyaa Gujii Lixaa, Ona Surroo, Ganda Makkala Hidha Kormaa jedhamu keessatti Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame | Saamicha, hidhaa fi ajjeechaa, ijaarsa Ilmaan Nafxanyaa fi LMKIIn, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru.