Awadaay: Ajjeechaa Qeerroo Oromoo irratti LMKII’n raawwatame | audio

Ajjeechaa suukanneessaa, Qeerroo Oromoo Faamii Ahmad jedhamu irratti, Magaalaa Awadaay keessatti, LMKII’n guyyaa kaleessaa raawwatame | Gochaalee hammeenyaa, Konyaa Matakkal keessatti, Uummata Oromoo irratti, LMKII’n raawwatamaa jiru | Qeellem Wallaggaa, Ona Hawwaa Galaan: Ajjeechaa suukanneessaan, hidhaa fi dararaan Uummata Oromoo irratti raawwatamu akka-malee jabaatee jiraachuu | RSWO - Fuulbana 17, 2020