rswo satellite announcement




Lola Milishoota Naannoo Affaariin Oromoo Walloo irratti adeemsifamaa jiru

Duguuggaan sanyii Oromoo Walloo irratti, Milishoota Naannoo Affaarii fi tumsa Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan raawwatamu jabaatee itti fufuun, Sambata kaleessaa Oromtichi tokko ajjeefamuu; afuris madaa’uu | Waggaa lamaan kana keessa qofa Oromoo Walloo irraa namootni baay’inaan 60 ta’an ajjeefamuu • Awadaay: Hawwanii fi Qarreewwan Oromoo baay’inaan 120 ta’an dabalatee, dimshaashaan Oromootni 400 ol ta’an manneen hidhaa fi bakkeewwan adda addaatti hidhamuun dararamaa jiraachuu | RSWO - Fuulbana 13, 2020