rswo satellite announcement




Tarkaanfii ergamtoota diinaa irratti Magaalaa Amboo keessatti QBO’n fudhatamaa jiru | audio

Oromootni danuun, hidhaa fi dararaa hamaa Konyaa Matakkal keessatti, Poolisoota Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuzii fi Loltoota MKII’n, isaan irratti raawwatamaa jiru jalaa gara bosonaatti dheessaa jiraachuu | Tarkaanfiin Qeerroo Bilisummaa Oromoon, ergamtoota diinaa irratti fudhatamu, Magaalaa Amboo fi Magaalota Lixa Shaggar adda addaa keessatti jabaatee itti-fufee jiraachuu | RSWO - Fuulbana 10, 2020