rswo satellite announcement




Gurmuu Eegdota Warraaqsa Oromiyaa jedhamu keessaa namni tokko QBO Magaalaa Naqamteen to’atamuu | audio

Lolli Oromoo Walloo irratti Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, akkasumas, Hidhattoota Naannoo Affaarii fi Amaaraan geggeeffamu, tibbana daran jabaatee jiraachuu | Gurmuu ‘Eegdota Warraaqsa Oromiyaa’ jedhee of waamu keessaa namni tokko Qeerroo Bilisummaa Oromoo Magaalaa Naqamteen to’atamuu | Giddu-gala Oromiyaa, Kaaba Shaggar keessatti, Uummatni Oromoo Haala hamaa keessa jiraachuu | RSWO - Fuulbana 8, 2020