rswo satellite announcement




Hidhi Laga Qooqaa itti gadhiifamuun mancaafamuu Riizoortii Soodaree | audio

Hidhi Laga Qooqaa itti gadhiifamuun mancaafamuu Riizoortii Soodaree | Onootaa fi Magaalota Baha Oromiyaa danuu keessatti, warraaqsi itti-fufee jiraachuu, akkasumas, Qeerroowwan Oromoo baay’een gara WBO’tti baqachaa jiraachuu | Saamichi, hidhaa, dararaa fi ajjeechaa suukanneessaan Loltoota Mootummaa Koloneeffattaa Impaayera Itoophiyaan, Magaalotaa fi gandeen Lixa Oromiyaa hedduu keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamu akka-malee jabaatee jiraachuu | RSWO - Fuulbana 6, 2020