rswo satellite announcement




Hidhaa, dararaa fi ajjeechaa suukanneessaan Uummata Oromoo irratti raawwatamu akkaan hammaatee jiraachuu | audio

Ajjeechaa daa'ima Oromoo ganna kudha-tokkoo irratti, Magaalaa Haramaayaa keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame | Siisaay Dirribaa (Obboleessi Jaal Marroo) Yuunbarsitii Haramaayaatti gargaaraa piroofeesaraa kan ta'e, Magaalaa Harar keessatti hidhamuun dararamaa jiraachuu | Hidhaa, dararaa fi ajjeechaa suukanneessaan Loltoota MKII'n, Uummata Oromoo irratti raawwatamu akka-malee hammaatee jiraachuu | RSWO - Fuulbana 3, 2020