rswo satellite announcement




Ajjeechaa miseensota WBO ganna lamaan kana maqaa araaraan harka kennatan irratti raawwatame | audio

Ajjeechaa Abbaa Qabeenyaa Oromoo Obbo Addunyaa Naggasaa fi Qeerroowwan Oromoo lama irratti halkan edaa, Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Laaloo Assaabii keessatti RIII'n raawwatame | Ajjeechaa miseensota WBO – ganna lamaan kana maqaa araaraan gowwoofamanii harka kennatan – irratti raawwatamee fi Haala hamaa Uummatni Oromoo keessa jiru: Harargee Bahaa, Magaalaa Hirnaa fi Ciroo | Hidhaa, ajjeechaa fi dararaan Uummata Oromoo irratti akka-malee jabaatee itti-fufee jiraachuu: Lixa Wallaggaa, Ona Mana Sibuu | RSWO - Fuulbana 1, 2020