Qaamotni basaasaa biyya ollaa irraa iccitiin Oromiyaa seenanii jiraachuu: Of-eeggannoo godhamuu qabu | audio

Qaamotni basaasaa addaa biyya ollaa irraa iccitiin Oromiyaa seenanii jiraachuu fi of-eeggatnoo Uummatni Oromoo taasisuu qabu | Gochaalee hammeenyaa, ajjeechaa, hidhaa fi dararaa LMKIIn Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiran | Ajjeechaa Qeerroo Oromoo Dilbii Mararaa irratti, Hagayya 13, 2020, LMKIIn raawwatame qulqulleessuuf irra deebiin kan odeeffanne | RSWO - Hagayya 23, 2020