Kaayyoo hundeeffama Jaarmiyaa WALTAJJII MARII OROMIYAA IDIL-ADDUNYAA - Marii kutaa 1ffaa | audio

Kaayyoo hundeeffama Jaarmiyaa WALTAJJII MARII OROMIYAA IDIL-ADDUNYAA ilaalchisuun, Marii Hooggantoota Jaarmayichaa: Luba Dr. Bantii Ujuluu Teessoo fi Obbo Jamaal Ibiraahim waliin taasifame | Kutaa-1ffaa | RSWO - Hagayya 17, 2020.