Ajjeechaa suukanneessaa Qeerroo Oromoo Taarikuu Filee (Dilbii Mararaa) irratti Poolisoota MKIIn raawwatame | audio

Qeerroon Oromoo Taarikuu Filee (Dilbii Mararaa) jedhamu, Lixa Shaggar, Magaalaa Baakkoo keessaa, Kamisa (Hagayya 13, 2020) halkan Poolisoota Federaalaa fi Humna Addaa Oromiyaa jedhamaniin mana maatii isaa keessaa fuudhamuun, Jimaata (Hagayya 14, 2020) gara Konyaa Wallagga Bahaa, Aannoo, iddoo Qeejjoo jedhamuutti geeffamuun ajjeefamuun reeffi isaa bakkeetti gatame; sirni awwaalchi isaa guyyaa har'aa raawwatame | Haala Oromootni Walloo, Magaalaa Baateetti hidhamanii jiran keessa jiran | Hagayya 16, 2020.