rswo satellite announcement




Faayidaalee Walabummaan Oromiyaa Uummata Oromoof qabu maal fa’i? Impaayera Diimokiraatessuun ni danda'amaa? – k-2ffaa | audio

Impaayera Diimokiraatessuun ni danda’amaa? Seenaan Ijaaramaa fi Diigama Impaayeroota Addunyaa keenya irra turanii maal fakkaata? Faayidaalee Walabummaan Oromiyaa Uummata Oromoof qabaatu maal fa’i?... Marii Qabsaa'aa fi Hayyuu Oromoo Buleessaa, Obbo Moosisaa Oosaa waliin taasifame – kutaa 2ffaa | Oromootni Biyya Ameerikaa, Magaalaa Koloombas Ohaayoo jiraatan, hiriira Habashootni Magaalicha keessa jiran qopheessan fashalsuu isaanii | Hagayya 12, 2020.