rswo satellite announcement




Hiriira Mormii Dubartoota Oromoon 'Washington DC', 'Winnipeg Manitoba fi Toronto'tti Adeemsifame | audio

Hiriira mormii Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa balaaleffachuun, Dubartoota Oromoo Idil-addunyaan, Hagayya 7, 2020, Biyya Ameerikaa Magaalaa 'Washington DC', Kaanaadaa Magaalota 'Winnipeg Manitoba fi Toronto'tti adeemsifamaa oole.