Hiriira Nagaa Dubartoota Oromoo Ontaariyoo ilaalchisuun, marii Haadholii Oromoo waliin taasifame - kutaa 1ffaa | audio-20200805

Hiriira Nagaa Dubartoota Oromoo Ontaariyoon, Hagayya 7, 2020 Adeemsifamuuf jiru Ilaalchisuun, Marii Haadholii Oromoo: Aadde Faantaayee Goobanaa, Aadde Saafiyaa Korree, Aadde Soodaree Nuurgii fi Aadde Beetii Kitilaa waliin taasifame - kutaa-1ffaa | Hagayya 5, 2020