Walitti-dhukaasa LMKII gidduutti adeemsifame | Warraaqsi Galaana Uummataa bifa haarayaan itti fufee jiraachuu | audio-20200804

Walitti-dhukaasa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti, Mooraa Leenjii Humna Waraana Qilleensaa Bishooftuutti argamu keessatti adeemsifame | Warraaqsi Galaana Uummataa, Kutaalee Oromiyaa Danuu keessatti, bifa haarayaan itti fufee jiraachuu | Hagayya 4, 2020