rswo satellite announcement




Barbaachisummaan qabsoo hidhannoo maali? Hiree murteeffannaa moo walabummaatu dursa?

Duguuggaa sanyii Mootummaan Impaayera Itoophiyaa Uummata Oromoo irratti labsee jiru jalaa of-baraaruun biyya isaa Oromiyaa Impaayera kolonii Habashootaa jalaa walaba baafachuuf, Uummatni Oromoo maal gochuu qaba? | RSWO - Adoolessa 13, 2020