Voice of Independent Oromia (VIO) News page - Fuula Oduu Sagalee Walabummaa Oromiyaa (SWO)
Ajjeechaa suukanneessaa Oromoota 7 irratti, Konyaa Walloo, Ona Harxummaa Fursee, Ganda Karaa Qorii keessatti, Kibxata Eebila 20, 2021, Poolisa Humna Addaa Naannoo Amaaraan raawwatame.…
Haati daa’imaa, Abbaa-warraakeetu [Shanee] deggera jedhamuun, daa’ima ishee kan baatii saddeetii waliin, Konyaa Arsii Lixaa, Ona Adaabbaa keessatti hidhamuun dararamaa jiraachuu…
Duula Milishootaa fi Poolisii Humna Addaa N/Amaaraa Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan tumsamaniin, Roobii (Eebila 14, 2021) irraa qabuun hanga Dilbata har’aatti Uummata Oromoo Walloo irratti geggeeffamaa jiruun…
Tarkaanfii Qeerroo Bilisummaa Oromoon, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Amboo keessatti, Waraana MKII rratti galgala edaa fudhatameen, loltoonni diinaa danuun galaafatamuu heedduun isaaniis madeeffamuu…
Tarkaanfii WBO: Mooraan Poolisii Humna Addaa [Oromiyaa] fi buufatni filannoo MKII Konyaa Salaalee, Ona Kuyyuu, Ganda Darroo Xaaxessaa jedhamu keessatti argaman, tarkaanfii WBO’n irratti fudhateen barbadeeffamuu…
Tarkaanfii haleellaa boombii WBO’n galgala edaa Magaalaa Naqamtee keessatti LMKII irratti fudhateen, Ajajaan Poolisii Federaalaa Koomaandar Geetinnat Mulugeetaa jedhamuu fi eegdonni isaa lama ajjeefamuu…
Duula Mootummaan Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa Uummata Oromoo irratti banee jiru balaaleffachuun, hiriira mormii Biyya Ameerikaa Magaalaa Washington DC fi Biyya Australia Magaalaa Canberra keessatt geggeefame…
Itti-aanaa Hoogganaa Yuunvarsitii Jimmaa kan turan, Dr. Adulaa dabalatee Barsiisotni Oromoo Yuunvarsitii Jimmaa kanneen baay’inaan ja’a (6) ta’an hidhamanii jiraachuu; qabata WBO’n hidhaa fi dararaan Uummata Oromoo irratti…
Page 13 of 83