Voice of Independent Oromia (VIO) News page - Fuula Oduu Sagalee Walabummaa Oromiyaa (SWO)
Filannoon kun dorgommii nafxanyoota jidduutti godhamaa jiru malee filannoo sabaaf sab-lammoonni Impaayera Itoophiyaa keessa jiran keessatti hirmaatan miti. Kanaafuu, Oromoon filannoo sobaa kanarratti qooda fudhachuun, Oromummaa fi Oromiyaa irratti murtii du’aa…
Hordoftoonni Amantaa Muslimaa, Ayyaana Sooma Hiikkaa (Iid-Alfaxir) kan bara kanaa, haaluma amaleeffatameen, Dirree Ammasqalaa Finfinneetti kabajuuf eeyyama isaan gaafatan mootummaan dhorkatamuu…
Ajjeechaa Milishoota Naannoo Beenishaangul Gumuz – kanneen Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan leenjifamanii fi hidhachiifamaniin, Ona Mana Sibuu keessatti, Oromticha tokko irratti raawwatame…
Jaalli keenya, Dr. Namarraa Wayyeessaa, har’a Sanbata-duraa, Caamsaa 1, 2021, MPLS, MN keessatti, addunyaa kanarraa boqote.. Jaalli keenya, sabboonaa soda-maleessa ta’uun beekamu kun, bara dargaggummaa isaa keessa, Oromiyaa keessatti, WBO gidduu jiraatee tajaajila fayyaa kennaafii…
Kibba-Baha Oromiyaa, Konyaa Arsii Lixaa, Onoota kanneen akka: Shaashamannee, Adaabbaa fi Dodolaa keessatti Uummanni Oromoo haala rakkisaa keessa jiraachuu…
Ajjeechaan, dararaa fi butanii dhabamsiisuun Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti, addatti ammoo maatii qabsaa'otaa irratti xiyyeeffachuun raawwatamu, goleelee Oromiyaa addaa addaa…
Marii waa’ee Oromummaa irratti fuuleffachuun, Hayyuu Oromoo Prof. Asaffaa Jaallataa waliin taasifame…
Oromoonni 20 ol ta’an Ona Najjootti boolla warqeen keessaa baafamu keessatti ajjeefamuu. Reeffa Oromoota ajjeefamanii keessaa kan Oromoota sagalii qofti kan argame yoo ta’u, kan hafan garuu akka hin argamneef biyyoon irra deebifamuu…
Page 12 of 83