Barsiisaa Yuunvarsitii Dambii Doolloo, kan ajjeefame

Ajjeechaan, dararaa fi butanii dhabamsiisuun Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti, addatti ammoo maatii qabsaa'otaa irratti xiyyeeffachuun raawwatamu, goleelee Oromiyaa addaa addaa…

Prof. Asaffaa Jaallataa

Marii waa’ee Oromummaa irratti fuuleffachuun, Hayyuu Oromoo Prof. Asaffaa Jaallataa waliin taasifame…

Boolla warqeen keessaa baafamu, kan Ona Najjoo keessatti argamu

Oromoonni 20 ol ta’an Ona Najjootti boolla warqeen keessaa baafamu keessatti ajjeefamuu. Reeffa Oromoota ajjeefamanii keessaa kan Oromoota sagalii qofti kan argame yoo ta’u, kan hafan garuu akka hin argamneef biyyoon irra deebifamuu…

Haadha Oromoo harmi ishee qottoon irraa muramuun ajjeefamte – Walloo

Ajjeechaa suukanneessaa Oromoota 7 irratti, Konyaa Walloo, Ona Harxummaa Fursee, Ganda Karaa Qorii keessatti, Kibxata Eebila 20, 2021, Poolisa Humna Addaa Naannoo Amaaraan raawwatame.…

Daa'ima haadha ishee waliin hidhamte - Arsii Lixaa Ona Adaabbaa

Haati daa’imaa, Abbaa-warraakeetu [Shanee] deggera jedhamuun, daa’ima ishee kan baatii saddeetii waliin, Konyaa Arsii Lixaa, Ona Adaabbaa keessatti hidhamuun dararamaa jiraachuu…

Walloo, Haxaayyee

Duula Milishootaa fi Poolisii Humna Addaa N/Amaaraa Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan tumsamaniin, Roobii (Eebila 14, 2021) irraa qabuun hanga Dilbata har’aatti Uummata Oromoo Walloo irratti geggeeffamaa jiruun…