Torban kana keessa, manneen Oromoo baay’inaan 40 ta’an gubamuu | RSWO
04 March 2021
Dargaggoon Oromoo, Saamu’eel Maammoo, Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Magaalaa Qorqaa keessatti, Kibxata dheengaddaa (Bit 2, 2021) hidhattoota MKII’n uleen reebamuun ajjeefamuun, reeffi isaa lafarra...