Uummanni Oromoo Matakkal, lafa amma irra jiraachaa jiru irra jiraachuu erga eegalee jaarraa meeqa lakkoofsisee jira; Saboota biroo kanneen ollaa isaa/lafa isaa irra qubatanii jiraatan waliin hariiroo akkamii qabaachaa ture/jira…
Oromoonni gochaalee hammeenyaa Loltoota MKII’n irratti raawwatamu jalaa dheessuun Konyaa Qeellem Wallaggaa irraa gara Naannoo Gambeelaatti baqatan rakkoo hamaa mudachaa jiraachuu…
Humnootni Naannoo Amaaraa meeshaalee waraanaa gurguddaa fayyadamuun, eda (Amajji 23, 2021) galgala, Konyaa Walloo, Magaalaa Baatee irratti haleellaa raawwachuu…
Gullisoo: Duguuggaa sanyii fi gochaalee hammeenyaa, baatiilee lamaan darban kana (erga neetorkiin Lixa Oromiyaa irra muramee as) Ona Gullisoo keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa turan…
Matakkal: Oromootni afur (4) kanneen Jimaata darbe ajjeefaman hanga har'aatti awwaalcha dhorkamanii jiraachuu; Akkasumas, Konyaa Matakkal keessaa gandeen hedduun to'annoo WBO jala galanii jiraachuu…
Ona Boojjii Dirmajjii: Barsiisonni Oromoo Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Madaqsee, sababa hiriira mootummaan waame irraa hafaniif, guutumatti hidhamuun dararamaa jiraachuu…
Oromoonni baay’inaan 100 ol ta’an Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Ganda Daalattii jedhamtu keessatti guyyaa kaleessaa (Amajji 13, 2021) ajjeefamuun hanga har’aatti awwaalcha dhorkamanii jiraachuu…
Page 3 of 79