Voice of Independent Oromia (VIO) News page - Fuula Oduu Sagalee Walabummaa Oromiyaa (SWO)

VIO, RSWO, SWO, Voice of Independent Oromia. Sagalee Walabummaa Oromiyaa. Birmadummaa, Gadaa, WBO, Qeerroo, QBO, ABO, OLF, OLA, Independence, Oromo News. Oduu SWO, Fuula Oduu Sagalee Walabummaa Oromiyaa (SWO). Voice of Independent Oromia (VIO) News page. Odeessaaalee wayitawaa marsatiitii SWO.

SWOn 1absoo Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaaf godhamu dhaadhessa. Odeessaalee wayitawaaf marsariitii keenya daawwadhaa. VIO, RSWO, SWO, Voice of Independent Oromia, Sagalee Walabummaa Oromiyaa, Birmadummaa, Gadaa, WBO, Qeerroo, QBO, ABO, OLF, OLA, Independence, Oromo, News, Oduu SWO, Sagalee Walabummaa Oromiyaa (SWO)

Walloo

Lola Poolisoota Humna Addaa Naannoo Amaaraan, Uummata Oromoo irratti, Onootaa fi Magaalota Walloo adda addaa keessatti tibbana adeemsifamaa jiruun, Oromootni dhibbaan lakkaa'aman ajjeefamuu, kumaatamnis madaa'uu…

Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa

Sochii Loltoonni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa guyyoota muraasa dura gara Giddu-gala Oromiyaa, Ona Cobiitti bobbaafaman taasisaa jiran…

Jaal Magarsaa Lammii, Ajajaa WBO Konyaa Gujii Bahaa

Tarkaanfilee WBO’n Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u LMKII irratti, guyyoota afuran kana walitti-fufiinsaan fudhate ilaalchisuun, marii Ajajaa WBO Konyaa Gujii Bahaa Jaal Magarsaa Lammii waliin taasifame…

Naqamtee fi Nageellee Booranaa

Barattoonni Oromoo Manneen Barnootaa Qophaa’inaa Magaalaa Naqamtee keessatti argaman garaagaraatti baratan tibbana, xumura Qormaata Seensaa Biyyoolessaa (National Entrance Exam) irratti warraaqsa dhoosan. Oromoo gosaa fi gandaan qoodanii wal-irratti duulchisuun bara aangoo ofii dheereffachuuf, shira Aangawoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti barootaaf adeemsifamaa jiruun wal-qabatee, Oromoo goseen Booranaa fi Gujii walitti buusuuf jecha shirri haaraan xaxamee hojiitti hiikamaa jiraachuu.

Mandii, Walloo Kamisee fi Dambii Doolloo

Shirri maqaa filannoo fi araaraan Oromoo Walloo irratti raawwatamu itti-fufuun, daandiin Walloo fi Affaariin wal-quunnamsiisu, kan ammaan dura cufamee ture akka banamu taasifamuu…

Moyyaalee, Oromiyaa

Dhukaasa LMKII fi gosa Garrii gidduutti, Wiixata (Bitootessa 8, 2021) halkan adeemsifameen namoonni 2 ajjeefamuu, tokkos madaa'uu; kanaan wal-qabatees, Magaalaan Moyyaalee, guyyaa kaleessaa goolama keessa ooluu…

LMKII WBO'tti harka kennatan

Lola tibba darbe Konyaa Salaalee keessatti, WBO fi LMKII gidduutti adeemsifameen, Loltoonni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa danuun WBO’n ajjeefamuu, danuunis booji’amuu fi harka kennachuu

Warraaqsa Qeerroo Oromoo - Magaalaa Jimmaa

Dargaggoon Oromoo, Saamu’eel Maammoo, Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Magaalaa Qorqaa keessatti, Kibxata dheengaddaa (Bit 2, 2021) hidhattoota MKII’n uleen reebamuun ajjeefamuun, reeffi isaa lafarra harkifamuu…

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa