Ajjeechaa, hidhaa, dararaa fi gochaaleen hammeenyaa, Konyaalee Giddu-galaa fi Lixa Oromiyaa keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti raawwataman akkaan jabaachuun itti fufanii jiraachuu;

Warraaqsi Galaana Uummataa hanga yoomitti itti fufa? Dhimma Warraaqsa Galaana Uummataa ilaalchisuun, marii Qeerroo Bilisummaa Oromoo tokko waliin taasifame;