Warraarsa Barattoota Oromoo

 

Warraaqsi Barattoota Oromoon taasifamu bifa haarayaan eegalee jiraachuu

Warraaqsi Barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromootiin, Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa Oromoof, akkasumas, hiikamuu hidhamtoota siyaasaa Oromoof taasifamu, Kamisa Gurr. 4, 2020 irraa eegaluun, Manneen Barnootaa Sad. 1ffaa fi 2ffaa kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti argaman keessatti bifa haarayaan dhohuun finiinfamaa jiraachuu

Gochaaleen hammeenyaa LMKIIn Uummata Oromoo irratti raawwataman hammaachuun, Konyaa Wallagga Lixaa, Ona Mana Sibuu keessatti, Uummanni Oromoo, keessattuu maatiin Qabsaa'otaa gidirfama ulfaataa keessa jiraachuu

 

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa