Asaboot

Warraaqsi Qeerroo Bilisummaa Oromoon geggeeffamu, Magaalaa Asaboot keessatti halkan edaa itti-fufuu; dabalataanis, Abbaan Qabeenyaa, leellisaa Sirna Nafxanyaa ta’e tokko ajjeefamuu

Duguuggaan sanyii fi saamichi qabeenyaa Uummata Oromoo irratti, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Angar Guutee, Ona Guutoo Giddaa fi Ona Giddaa Ayyaanaa keessatti, hidhattoota Naannoo Amaaraa, harcaatota Sirna Nafxanyaa, akkasumas, Milishoota Naannoo Beenishaangul Gumuziin raawwatamu itti-fufee jiraachuu;

Gindabarat: Dararaa fi saamicha qabeenyaa Uummata Oromoo irratti hidhattoota Naannoo Amaaraan raawwatamaa jiru