Warraaqsa Galaana Uummataa, Waxabajjii 8, 2020 irraa qabuun, goleelee Oromiyaa cufa keessatti finiinsifamuuf deemu ilaalchisuun, marii Qeerroo fi Qarree tokko waliin taasifame;

Ajjeechaa suukanneessaa ijaarsota Nafxanyaan, Oromoo gosa Afran-Qalloo irratti, Magaalaa Harariifi naannoo san keessatti raawwatamaa jiru;