Tarkaanfii WBO Cibraa 30 Booro...

on 30 July 2021

WBO’n Zoonii Kibbaa, Cibraan Soddom-Booroo, Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u, mooraa Loltoota Mootu...

Dargaggoonni Oromoo dirqisiifa...

on 27 July 2021

Lixa Wallaggaa, Ona Gimbii fi Onoota Lixa Oromiyaa keessatti argaman garaagaraa keessaa, dargaggoonn...

Loltoonni MKII, humna ABUT war...

on 25 July 2021

Milishoonnii fi Loltoonni MKII, kanneen humna Mootummaa Naannoo Tigiraay (ABUT) waraanuuf kutaalee I...

Tajaajilli bishaan qulqulluu f...

on 22 July 2021

Tajaajilli bishaan qulqulluu fi ibsaa, Magaalota Konyaa Walloo ja’a, kanneen: Haarawa, Caffaa Roobii...

Uummanni Oromoo beelaaf saaxil...

on 20 July 2021

Lixa Oromiyaa, keessattuu, Konyaa Lixa Wallaggaa fi Qeellem Wallaggaa keessatti, Uummanni Oromoo LMK...

Milishoonni MKII, Baha Oromiya...

on 18 July 2021

Baha Oromiyaa, Konyaa Harargee Bahaa Onoota garaagaraa keessaa, Milishoonni MKII danuun gowwoofamuun...


Naqamtee fi Nageellee Booranaa

Barattoonni Oromoo Manneen Barnootaa Qophaa’inaa Magaalaa Naqamtee keessatti argaman garaagaraatti baratan, tibbana akka Qormaata Seensaa Biyyoolessaa (National Entrance Exam) qoramanii xumuraniin warraaqsa adeemsisan.

Ardaaleen Jilaa Oromoo qabata misoomaan mancaafamaa jiraachuu

Oromoo gosaa fi gandaan qoodanii wal-irratti duulchisuun bara aangoo ofii dheereffachuuf, shira Aangawoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti barootaaf adeemsifamaa jiruun wal-qabatee, Oromoo goseen Booranaa fi Gujii walitti buusuuf jecha shirri haaraan xaxamee hojiitti hiikamaa jiraachuu.