Adaamaa

 

Hidhaa, dararaa, ariisaa fi ajjeechaa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa fi Milishoota/Hidhattoota Bulchiinsota Mootummaalee Naannoo: Amaaraa, Beenishaangul Gumuzii fi Affaariin Uummata Oromoo irratti raawwatamuun wal-qabatee, Uummaani Oromoo Konyaalee: Walloo fi Matakkal haala akkaan rakkisaa keessa jiraachuu.

Warraaqsa Barattoota Oromoo Manneen Barnootaa adda addaan geggeeffamaa oolee fi haala waliigalaa Uummanni Oromoo Magaalaa Adaamaa keessa jiraatu keessa jiru.